Zum Hauptinhalt springen Zur Suche springen Zur Hauptnavigation springen
Haben Sie Fragen? Einfach anrufen, wir helfen gerne: Tel. 089/210233-0
oder besuchen Sie unser Ladengeschäft in der Pacellistraße 5 (Maxburg) 80333 München
+++ Versandkostenfreie Lieferung innerhalb Deutschlands
Haben Sie Fragen? Tel. 089/210233-0

Biyya Lafaa Ifaafi Soogidda Hinqabne

28,30 €*

Versandkostenfrei

Produktnummer: 16A64571928
Autor: Kalbesa, Abdisa
Veröffentlichungsdatum: 10.03.2025
EAN: 9781763510746
Sprache: metaCatalog.groups.language.options.oromo
Seitenzahl: 254
Produktart: Kartoniert / Broschiert
Verlag: OProud
Produktinformationen "Biyya Lafaa Ifaafi Soogidda Hinqabne"
Biyyi lafaa dhangaa Soogiddaafi qara ifaa hinqabne; ona. Biyyi lafaa akkasii wareegama Kiristiyaanonni lafa kanarratti abdii barabaraatiif kanfalan, cilee diba. Sababnisaa, Kiristiyaanotni akka Soogiddaafi Ifa biyya lafaa ta'anii warra dibamanidha. Soogiddi; dhamdhamaafi lubbuu dhamaa dhangaa tokkof kenna. Ifni ammoo; ija dukkanaa dura dhaabata, daandii mul'isee akeeka, daawwitii abdiiti. Maarree, Soogiddaafi ifa malee, biyyi lafaa kun, hiika guutuu miireffannu hin qabaattu turte. Himmoonni Kunneen lamaan, irree Kiristiyaanotaa bitaafi mirgaati. Mul'anniifi galmi kiristiyaanotaa soogiddaafi ifa biyya lafaa ta'uudha. Kana yoo jennu maal jechuu keenya? Gochaafi dubbiin isaanii weedduu jijjiiramaafi qajeelummaati jechuudha. Abuurraafi eenyummaa isaanii kanaaf Kiristiyaanonni yeroo bitamuufi ajajamuu dadhabanidha, kan biyyi lafaa rakkoo hudhaa ta'e keessa seentu. Har'as biyya lafaa kana keessatti, hir'inniifi rakkoon nuti arginu caalmaan, maddi isaa kanadha. Har'a, dukkannifi hadhaa'umman biyya lafaa keessa guutee jiru kun, kiristiyaanoonni dirqama isaanii akka ba'aniifi rakkoo naannoo isaanii jiru irratti jijjiirama akka fidaniif dibbee waamichaa taasisa. Biyya lafaa kiristiyaanonni ga'ee isaanii hinraawwanne keessatti soogiddiifi ifni jiraachuu dhibuun isaa; hawaasa mi'aa, kallattiifi kaayyoo hinqabne fidaa deema. Amantoonni gahee ergamtoota jijjiiramaafi ambaasaaddara jaalalaa ta'anii yeroo jiraatan, biyya lafaa keessatti dhiibbaa qabaachuufi jijjiirama fiduu akka danda'an, kitaabni kun yaadachiisa cimaadha.
Bücherregal gefüllt mit juristischen Werken

Sie möchten lieber vor Ort einkaufen?

Sie haben Fragen zu diesem oder anderen Produkten oder möchten einfach gerne analog im Laden stöbern? Wir sind gerne für Sie da und beraten Sie auch telefonisch.

Juristische Fachbuchhandlung
Georg Blendl

Parcellistraße 5 (Maxburg)
8033 München

Montag - Freitag: 8:15 -18 Uhr
Samstags geschlossen